FULBEK
Direct Marketplace
Accounts, products, payments, verification, and payouts.
Digital downloadProduct details
Xiinsammuu(psychology): Amaloota Namaa Kan Hin Mul'anne "The Hidden Patterns of Human Behavior" "Barreessaan:" Firomsa Umer Kitaabni kun iccitii xiinsammuu fi amala namaa gadi fageenyaan siif saaxila. Haala salphaan sosochii qaamaa dubbisuu, sababa namoonni soban, fi akkamitti murtiiwwan keenya miiraan akka hoogganaman si barsiisa. "Faayidaa Isaa:" Dandeettii qunnamtii kee guddisee, jireenya dhuunfaa fi daldalaa keessatti nama sirrii akka filattu si gargaara. "Eenyuuf?" Warra guddina dhuunfaa barbaadan, hoggantoota, daldaltoota fi nama walitti dhufeenya hawaasummaa ijaaruu barbaadu hundaaf. Har'uma dubbisuun iccitii sammuu namaa qaxxaamuraan gonfadhu!
Verified buyers
No reviews yet. Only confirmed buyers can review this product.