PDFIjaarsa Mana Lukkuu
Hailu Dugasa
ETB 299FULBEK
Direct Marketplace
Accounts, products, payments, verification, and payouts.
Digital downloadProduct details
Daa’imman sirnaan guddisuun jireenya nama tokko keessatti gahee murteessaa qaba. Nama tokko beekumsa qabaachuun qofti gahaa miti; naamusa, safuu fi amala gaarii qabaachuunis barbaachisaa dha. Kanaaf sirnaan guddachuun nama keessatti amala gaarii ijaara, kabaja namaa barsiisa, itti gaafatamummaa uumuu fi jireenya hawaasaa keessatti akka nama gaarii ta’ee jiraatu taasisa. Hawaasni sirna aadaa daa’imman guddisuu cimaa qabu nagaa fi waliigaltee qabaata. Namoonni wal kabaju, wal gargaaruu fi rakkoo isaanii mariidhaan furatu. Faallaa kanaatiin sirna aadaa daa’imman guddisuu yoo laafaa ta’e wal dhabbiin, kabaja dhabuun fi rakkoon hawaasaa ni babal’ata. Kanaaf daa’immaan sirnaan guddisuun bu’uura nagaa fi misooma hawaasaa ta’a.
Verified buyers
No reviews yet. Only confirmed buyers can review this product.
More from this creator